Oduu biyya keessaa misoomni nagaa waaraa fida-MM Dr Abiy Ahimad Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Karoorrii misoomaa biyyoolessaa waggaa 10 nageenyaa fi olaantummaa seeraa galteewwan ijoo taasisee ka’uunsaa adda taasiseera jechun Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Jilli preezdaant Shimallis Abdisaan durfamuu ganda Burraa Alaltuu fi Caffee Kuullootti qamadii … Obse Wakgari Dec 26, 2020 0 Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdisaan durfamuu Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Aanaa Barraak ganda Burraa…
Oduu biyya keessaa Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan Caamsaa 28,2013 akka gaggeeffamu Boordiin Filannoo yaada… Wabi Fufa Dec 25, 2020 0 Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Guyyaan Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaan itti gaggeeffamu Caamsaa 28, 2013 akka ta’u Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa yaada dhiyaase.…
Oduu biyya keessaa Dr Abiy michuuwwan Ityoophiyaa fi hawaasa diyaaspooraa ayyaana Qillee Faranjootaa kabajataniif erga… Obse Wakgari Dec 25, 2020 0 Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad michuuwwan Ityoophiyaa fi hawaasa diyaaspooraa ayyaana Qillee Faranjootaa kabajataniif erga baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa badhaadhina sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan gosa hedduu… Wabi Fufa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa badhaadhina sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan gosa hedduu fudhachaa jiraachuu Preezdaantiin Mootummaa naannoo…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnoota barattootni manatti hafan haala itti mana barnootatti deebi’anirratti… Wabi Fufa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Ministeerri Barnoota barattootni manatti hafan haala itti mana barnootatti deebi’anirratti hooggantoota hojii olaanoo mootummaa waliin marii’ate.…
Oduu biyya keessaa Walitti bu’insi naannoo daangaa Ityoophiyaa fi Sudaanitti uumame ummataa fi mootummaa biyyoota… Wabi Fufa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Walitti bu’insi naannoo daangaa Ityoophiyaa fi Sudaanitti uumame ummata biyyoota lamaanii gidduutti walshakkii fi walitti bu’insi akka uumamuuf hojii…
Oduu biyya keessaa Proojektoota Maaddii Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 90 taasifame Obse Wakgari Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)-Bulchiinsi magaalaa Finfinnee fi abbootiin qabeenyaa proojektoota Maaddii Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi 90 taasisaan. Qindeessumma…
Oduu biyya keessaa Mariin siyaasaa sadarkaa olaanaa dhimmoota daangaa Ityoo-Sudaan 2ffaa Sudaan Kaartuumitti… Obse Wakgari Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Mariin siyaasaa sadarkaa olaanaa dhimmoota daangaa Ityoo-Sudaan 2ffaa Sudaan Kaartuumitti guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurame. Qaamoleen…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalcha gaazexeessaa, Artiistii fi qorataan afaanii Ibraahiim Haji Aliin raawwate Obse Wakgari Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha Gaazexeessaa, Artiistii fi qorataan guddina Afaan Oromoo Ibraahiim Haji Aliin har’a raawwateera. Ibraahiim Haji Aliin Hagayya 2012…