Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Aanaa Aqaaqiitti daawwannaa taasiisan Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Muumeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad godina addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Aanaa Aqaaqiitti daawwannaa taasiisaniiru. Jilli…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti manneen jireenyaa waliinii seeraan ala qabamanii turan gadi lakkisiisuun… Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Magaalaa Finfinneetti manneen jireenyaa waliinii kuma 21 fi 695 seeraan ala qabamanii turan gadi lakkisiisuun fayyadamtootaaf akka darban Kaabineen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miseensoota Kongireesii fi qaamolee… Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaan Makonniin haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miseensota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan qaamolee dhuunfaa fi Dhaabileewwanii ol – Dooktar Abiy Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Ityoophiyaan qaamolee dhuunfaa fi Dhaabileewwanii ol biyya guddoodha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Yaadni,…
Oduu biyya keessaa Ummanni nageenyaa fi tasgabbii naannoosaa mirkaneeffachuu cinaatti, hojiiwwan misoomaa humna guutuun… Sifen Megersa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Ummanni nageenyaa fi tasgabbii naannoosaa mirkaneeffachuu cinaatti, hojiiwwan misoomaa humna guutuun raawwachuu akka danda'u agarsiisuu preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa akka fakkatuu fi teknooloojiin kan deggaramee akka ta’uuf… Obse Wakgari Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa akka fakkatuu fi teknooloojiin kan deggarame akka ta’uuf hojiiwwan garagaraa hojjetama jiraachuu Eetaamaajoorri…
Oduu biyya keessaa Bu’aan qorannoo haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Izzii Kabaarratti raawwateen walqabatee jiru ifoome Sifen Megersa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Namoota yakka biyya ganuun, haleellaa fi shororkeessummaan shakkamuun himatanii ajajni qabamuu irratti ba’e 349 keessa 124 to’annoo jala ooluu…
Oduu biyya keessaa Itti Aantuu Kantiibaa Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin marii’atan Wabi Fufa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cha’awu Chiyuwaan waliin marii’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Humni badii garee ABUT akka hin deebinetti barbadaa’eera- Dooktar Qana’aa Yaadata Obse Wakgari Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Humni badii garee ABUT akka hin deebinetti barbadaa’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Qana’aa Yaadataan ibsaniiru. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaantii Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa 26ffaa waliin marii’atan Wabi Fufa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Preezdaantii Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa 26ffaa…