MM Dr Abiy Daamaraa Masqalaatin baga ittiin isin ga’e jedhan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Daamaraa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.
Muummee ministiraa ayyaanni Daamaraa…