Oduu biyya keessaa Sirna Gadaa barnootan laachuuf qophiin xumuramu ibsame Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Sirna Gadaa akka gosaa barnoota tokkootti barsiisuuf karoora qabamee hojiirra olchuuf qophiin xumuramu naannoon Oromiyaa beeksise. Sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy fi preezdaant Isaayyaas Ityoo Injinariing daawwatan Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii Ityoo Injinariing daawwataniiru. Gareen Ityoo Injinariing…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangaa Waliigalaa baatiwwan sadan darbanitti galmeewwan 12,037 irratti murte dabarsu… Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Abbaan Alangaa Waliigalaa bara baajata 2013 raawwii qophii karoora kurmaana jalqabaa, seeraa kabachiisuu fi seeraa yaakka raawwachisu akkasumaas…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona dhibba 4 mallatteessan Sifen Megersa Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) –Sagantaa seeftineetii carraa hojii uumuu magaalotaa Ityoophiyaaf kan oolu Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee deeggarsa Doolaara…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Isaayyaas paarkii Inxooxxoo daawwata jiru Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii daawwannaa hojii guyyoota 3f Ityoophiyaatti taasisaa jiraaniin Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin koomiishinaroota poolisii federaalaa fi naannoo 11ffaan gaggeeffama jira Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Yaa’iin koomiishinaroota poolisii federaalaa fi naannoo 11ffaan gaggeeffama jira. Yaa’iicharratti Janaraal Koomiishinarri Koomiishinii Poolisii…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad Preezdaanti Isaayyas Afawarqii waliin Hidha Haaromsaa daawwatan Wabi Fufa Oct 13, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Preezdaanti Isaayyas Afawarqii waliin Hidha Haaromsaa daawwatan. Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dr Abiy fi preezdaant Isaayyaas hidha madda anniisaa elektirikaa Kooyishaa daawwatan Obse Wakgari Oct 13, 2020 0 Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii hidha madda anniisaa elektirikaa Kooyishaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Weerara vaayraasii koroonaatin walqabatee Ityoophiyaan baajata damee fayyaa % 46 guddisteetti-… Obse Wakgari Oct 12, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) –Vaayrasii koroonaatin walqabatee Ityoophiyaan baajata damee fayyaa % 46 guddisushee Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahiman ibsan. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddarootaa fi Dippiloomaatoota teessoo isaanii Finfinneetti godhataniif haala yeroorratti… Sifen Megersa Oct 12, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Ambaasaaddarootaa fi Dippiloomaatoota teessoo isaaniin Finfinneetti taasisaniif dhimmoota haala yeroorratti ibsi laate.…