Weerarri awwaannisaa oomisharratti miidhaa hamaa akka hin qaqqabsiisne ummannis tumsuu qaba jedhame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Weerarri awwaannisaa yaaddessaa ta'aa dhufuu isaatin oomisharratti miidhaa hamaa akka hin qaqqabsiisne ummanni qaama duula ittisaa akka ta'u waamichi…