Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Baahir Daaritti biqiltuu dhaaban Obse Wakgari Aug 12, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Baahir Daaritti biqiltuu dhaaban. Muummee ministiraa Dooktar Abiy sagantaa cufiinsa "ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Biqiltuu biiliyoona 5 dhaabuuf karoorri qabame milkaa’uu MM Dr Abiy Ahimad ibsan Obse Wakgari Aug 12, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) –Sadarkaa biyyaatti biqiltuu biiliyoona 5 dhaabuuf karoorri qabame milkaa'uu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Sirni cufiinsa…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiya Ahimad Bahaar Daar galan Sifen Megersa Aug 12, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ganama kana magaalaa Bahaar Daar galan. Dooktar Abiy wayita buufata xiyyaaraa magaalaa Bahaar…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa gaaffii mirga wabii obbo Jawaar fudhatama dhabsiise Sifen Megersa Aug 12, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 6,2012 (FBC) – Manni Murtii sadarkaa jalqabaa federalaa dhadhacha ramaddii Araadaan gaaffii mirga wabii obbo Jawaar Maahaammad fudhatama dhabsiise. Manni…
Oduu biyya keessaa Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkame Kabbaddaa gammachuu mana murtiitti dhiyaate Wabi Fufa Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkame Kabbaddaa gammachuu mana murtiitti dhiyaate. Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkamee…
Oduu biyya keessaa Waldaaleen siivikii duudhaleen ummataa gaggaariin akka calaqqisaniif hojjechuu akka qaban MM Dr.… Wabi Fufa Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) –Waldaaleen siivikii duudhaleen ummataa gaggaariin akka calaqqisaniif hojjechuu akka qaban Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hubachiisan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Dhiyeessiin oomisha qonnaa akka hin mudanne mootummaan waldaalee hojii gamtaatif liqaa Birrii… Obse Wakgari Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Dhiyeessiin oomisha qonnaa akka hin mudanne mootummaan waldaalee hojii gamtaatif liqaa Birrii miiliyoona 800 mijeessuun ibsame. Daayreektarri…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hojjettootaa fi caasaa godinaa, aanaa fi gandaa 1,700 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuun… Obse Wakgari Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Oromiyaatti rakkoo nageenyaa tibba darbe uumameen hojjettootaa fi caasaa godinaa, aanaa fi gandaa 1,700 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Mariin sadee har’a gaggeeffamuuf ture torbee tokkoof dheerate Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Mariin sadee guutinsa bishaan Hidha Haaromsaarratti har’a gaggeeffamuuf tura gaaffii Sudaaniin torbee tokkoof dheerachuu himame. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 773 vaayrasii koroonaa yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeen namoonni dabalataa 773 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera. Sa’aa 24…