Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa bara haaraa dabarsan Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan Ayyaana bara haaraa 2013 sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru. Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Gumiin Gaayyoo seeroota lallabachuun xumurame Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Gumiin Gaayoo yaa'isaa gosaa fi miiloo xummurachuun Seerota ba'an Gumii Walii galaaf dhiyeesseera. Gumichi seerawwan duraan turan cimsuun,…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’an Hidha Haaromsaa daawwatan Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’an Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa daawwataniiru. Ambaasaaddaroonnii…
Oduu biyya keessaa Bara haaraa sababeeffachuun Sirreeffamtoota 551f dhiifamn godhame Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Bara haaraa 2013 sababeeffachuun sirreeffamtootaa, federaalaa, naannoolee fi manneen sirreesaa ittisa waraanaa keessatti argaman 551f dhiifamni…
Oduu biyya keessaa Hojiileen damee utubaalee jijjiirramaa cimsuu hojjetamaa jiru – MM Dooktar Abiy Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala yeroo dhimmoota biyyaaleessaa ilaalchisee gaaffii dhiyaateef deebii laataniiru. Hariiroon…
Oduu biyya keessaa Manni maree nageenya biyyaaleessaa dhimmoota haala nageenyaa fi yeroorratti mari’achuun kallatti… Obse Wakgari Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Manni maree nageenya biyyaaleessaa dhimmoota haala nageenya biyyattii fi yeroorratti mari’achuun kallatti kaa’eera. Manni maricha miidhaa qaqqabuuf…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaaneech Qaammee 4 guyyaa galataa sababeeffachuun ergaa dabarsan Obse Wakgari Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaaneech Abeebee, Qaammee 4 guyyaa galataa sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru. Aadde Adaaneech fulaa…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa bakka bu’an waliin… Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa bakka bu’an waliin mari’atan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Bu’aa sammuu Uummata Oromoo kan ta’e Sirni Gadaa yeroo itti eegaleefii addunyaan har’aa kan baay’ee… Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Bu’aa sammuu Uummata Oromoo kan ta’e Sirni Gadaa yeroo itti eegaleefii addunyaan har’aa kan baay’ee walgatani jedhan Preezdaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Salvaakiir waliin marii’atan Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) –Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Salvaakiir waliin marii’atan. Ergamaan addaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi…