Oduu biyya keessaa Istuudiyoon Ch – 2 fi Teeknooloojii OBVAN eebbifame Wabi Fufa Jun 28, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 21, 2012 (FBC) – Istuudiyoon Ch - 2 fi Teeknooloojii OBVAN eebbifame. Sirna eebbaa kanarratti Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimad, Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy Preezdaantii Faransaay waliin mar’atan Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) –Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Faransaay Imaanuu’eel Maakroon waliin mara’atan. Dooktar Abiy fi Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii saffisaa Awutoobisii Jamoo 2 – Jeneraal Wiingeet eegalame Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan Ijaarsa daandii saffisaa…
Oduu biyya keessaa Torbee lamaan dhufan keessatti Ityoophiyaan ijaarsa hidha haaromsaa xumuruun bishaan guutuu kan… Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) – Torbee lamaan dhufan keessatti Ityoophiyaan ijaarsa hidha haaromsaa xumuruun bishaan guutuu kan eegaltu ta’uu fi biyyoonni sadeen waliigalteerra…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy miseensota Biiroo Gumii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2012 (FBC) - Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad miseensota Biiroo Gumii Gamtaa Afrikaa, akkasumas Gibtsii fi Sudaan waliin mari’achuu ibsan. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Aljeeriyaa fi Siwiizarlaand waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2012 (FBC) - Preezdaatiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Aljeeriyaa Abdalmajiid Teebuun waliin mari’ataniiru. Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 250 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 8 darbeera Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 19,2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 250 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise. Sa'aa 24 keessatti qorannaan samuudaa…
Oduu biyya keessaa Garaagarummaan Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gubts gidduu jiru mariin akka furamuuf gamtaan Afrikaa… Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Garaagarummaan Ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicharratti Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts gidduu jiru mariin akka furamuuf gamtaan Afrikaa deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Namoonni daa’imman gowwomsuun gudeedan 2 hidhaa cimaa dabaman Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Namoonni daa’imman gowwomsuun gudeedan 2 hidhaa cimaa dabaman. Magaalaa Finfinneetti maanguddoon umrii waggaa 65 daa’imman 2 gowwomsuun gudeede…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan hidha haaromsaarratti loogii taasiftu dhiisuun dhugaaf akka dhaabbattu aanga’oonni… Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ameerikaan loogii Hidha Haaromsaarratti qabattee cinaatti dhiisuun marii dhugaaf deeggarsa akka taasiftu aanga’oonni olaanoon biyyattii duraanii…