Oduu biyya keessaa Sagantaan ashaaraa magariisaa naannoo Oromiyaa eegalame Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Sagantaan ashaaraa magariisaa naannoo Oromiyaa godina shawaa Kibba Lixaa aanaa Wanciitti eegalame. Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obboo…
Oduu biyya keessaa Weerara vaayrasii koroonaarraa of eeggachaa mallattoo ashaaraa magariisaa yaa keenyu- MM FDRI Abiy… Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Guyyaan ashaaraa magariisaa guutuu biyyaatti eegalameera. Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa ashaaraa magariisaa ilaalchisuun ergaa…
Oduu biyya keessaa Guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaatif torbee itti aanu hojiin ciraa lafa heektaara kuma 1 ni… Obse Wakgari Jun 4, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaatif torbee itti aanu hojiin ciraa lafa heektaara kuma 1 ni eegalama. Preezdaantiin mootummaa naannoo Beenishaanguul…
Oduu biyya keessaa Sudaan Kibbaa waan Ityoophiyaa miidhu hin raawwattu – Ityoophiyaatti ambaasaaddara biyyattii Obse Wakgari Jun 4, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Sudaan Kibbaa karaa kamiinuu waan Ityoophiyaa miidhu hin raawwattu jedhan Ityoophiyaatti ambaasaaddarri biyyattii Jams Piippiyaa Moorgaan. …
Oduu biyya keessaa Koreen ministirootaa ittisa vaayrasii koroonaa biyyoolessaa, hoggansa naannolee fi magaalaa waliin… Obse Wakgari Jun 4, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Koreen ministirootaa ittisa vaayrasii koroonaa biyyoolessaa, hoggansa naannolee fi magaalaa waliin mari'ate. Weerara vaayrasichaa ittisuu fi…
Oduu biyya keessaa Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 150 irratti vaayrasiin koroonaa argame Obse Wakgari Jun 4, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 150 irratti vaayrasiin koroonaa argamuun mirkanaa'e. Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii…
Biiznasii Maastar Kaard Faawundeeshiniin Ityoophiyaatti biiznasii sababii weerara vaayrasiitin miidhaman… Obse Wakgari Jun 4, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Maastar Kaard Faawundeeshiniin Ityoophiyaatti biiznasii sababii weerara vaayrasiitin miidhaman deeggaruufi. Deeggarsichi kan laatamu hojii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 1082 ga’e Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroona qabamanii 1,082 ga’uu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksiseera. Qorannaa sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Jimaata dhufu dhaabbiin biqiltuu ni eegala jedhame Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Caamsaa 28, 2012 dhaabbiin biqiltuu waggaa #Ashaaraa magariisa ifatti kan jalqabu ta’uu ibsan. …
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti dabalataan namoota 87 irratti vaayrasiin koroonaa argame Wabi Fufa Jun 2, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 87 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa…