Oduu biyya keessaa Finfinneetti oodiitii fi galmeen lafaa eegalamuufi Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Finfinneetti oodiitii fi galmeen lafaa eegalamuufi. Galmee fi oodiitichis weerara lafa seeran alaa to'achuuf kan gargaarudha jedhameera.…
Oduu biyya keessaa Of eeggannaa dhabuu tibba ayyaanaa fi hiriirotarra tureen vaayrasiin koroonaa babal’achuun… Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Of eeggannaa dhabuu tibba ayyaanaa fi hiriirotarratti of dagannaa tureen vaayrasiin koroonaa babal'achuun ibsame. Of dagannaa, tuttuqqii,…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan duula farra shororkeessummaarratti Ityoophiyaa dabalatee biyyoota naannichaa waliin nan… Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Ameerikaan duula farra shororkeessummaa Gaanfa Afrikaatti taasistuuf, Ityoophiyaa dabalatee biyyoota naannichaa waliin kan hojjettu ta'uu beeksiste.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaa keessatti kallattii hundaan tasgabbiin jiraachuu Biiroon Dhimmoota Koomunikeeshinii… Sifen Megersa Aug 5, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) – Biiroon Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Orimiyaa haala yeroo naannichaa ilaalchisuun ibsa laatera. Guutuun ibsichaa haala…
Oduu biyya keessaa Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 459 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,… Sifen Megersa Aug 5, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbeetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,319 gaggeeffamneen namoonni 459 vaayrasichaan qabamuu Ministeerri fayyaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbetiin namoonni 55 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Aug 5, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti sa’aa 24 darbanitti qorannoo laabraatoorii namoota 1,212f hojjetameen namoota 55 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu ibsame.…
Idil Addunyaa MM FDRI Dooktat Abiy dhoo’insa cimaa Beeruutiitti qaqqabeef gadda itti dhaga’ame ibsan Sifen Megersa Aug 5, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhoo’insa cimaa magaalaa guddittii Libaanoossitti qaqqabeef gadda itti dhiga’ame ibsan. …
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 588 vaayrasii koroonaan qabamaniiru Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa vaayrasii koroonaa sa’a 24 darbeetiin namoota 588 irratti vaayrasichi argamuu fi lubbuun namoota 7 darbuu Ministeerri Fayyaa FDRI…
Oduu biyya keessaa Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hirmaannaan hawaasaa murteessadha- Dr Liyaa Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaa ta'uu ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa Finfinneedhaf baajata bara 2013f Birrii biiliyoona 61 raggaasise Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Manni Maree Finfinnee baajata bara 2013 Birrii biiliyoona 61 raggaasise. Manni marichaa yaa'ii idilee 3ffaa bara hojii 7ffaa gaggeessaa…