Finfinneetti sagantaa Ashaaraa magarisaan guyyaa tokkotti biqiltuun miiliyoonni 2 dhaabama jira
Finfinnee, Adooleessa 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaa Ashaaraa magarisaan guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoonni 2 dhaabama jiraachuu Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee…