Oduu biyya keessaa Ayyaanni masqalaa guutuu biyyaatti kabajamaa jira Obse Wakgari Sep 27, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2013(FBC)- Ayyaanni masqalaa hordoftoota amantaa kiristaanaan guutuu biyyaatti kabajamaa jira. Kaleessa Ayyaanni Damaraa Masqalaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Dr Abiy Ahimad dhaabbilee fi namoota ayyaanni damaaraa nagaan akka xumuramu taasisan galateeffatan Obse Wakgari Sep 27, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2013(FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee fi namoota ayyaanni damaaraa nagaan akka xumuramu taasisan galateeffataniiru Doktaar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa bakka abbootiin amantaa fi amantoonni argamanitti sirna ho’aan… Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Ayyaanni Daamaraa Masqalaa bakka abbootiin amantaa fi amantoonni argamanitti sirna ho’aan kabajameera. Ayyaanni Daamaraa Masqalaa bara 2013…
Oduu biyya keessaa Wixinee labsii sirna seera yakkaa fi ragaa seeraa FDRI 1954 irratti fooyya’insi ta’e Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Manni Maree Ministeerootaa wixinee labsii sirna seera yakkaa fi ragaa seeraa Riippabilikaa Demokiraatawaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti ergaa viidiyoo dabarsan Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti ergaa viidiyoo dabarsan. Dooktar Abiy yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan baga ayyaana Daamaraa Masqalaatin ittiin isin ga’e jedhan Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan baga ayyaana Daamaraa Masqalaatin ittiin isin ga’e jedhan. Ergaan baga…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Finfinnee barattoota godina addaatif galteewwan barnootaa Birrii 669,210,780 akka dhiyaatu… Obse Wakgari Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee barattoota godina addaa Oromiyaa naannawa Finfinneetif galteewwan barnootaa Birrii 669,210,780 akka dhiyaatu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti qorannoon eenyumaa fi ofiin of bulchuu waliin walqabate gaggeessuuf guutuu… Wabi Fufa Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15,2013 (FBC)- Ityoophiyaatti qorannoon eenyumaa fi ofiin of bulchuu waliin walqabate gaggeessuuf guutuu biyyatiitti bakkeewwan 68 akka uwwisu eerame.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Daamaraa Masqalaatin baga ittiin isin ga’e jedhan Obse Wakgari Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Daamaraa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan. Muummee ministiraa ayyaanni Daamaraa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa fi Irreechi nagayaan akka kabajamu qophiidha- Koomiishinii Poolisii… Obse Wakgari Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Koomiishiniin Poolisii Federaalaa ayyaanni Daamaraa Masqalaa fi Irreechi nagayaan akka kabajamu qophii xumuruusaa beeksise. Koomiishinichi…