Oduu biyya keessaa Caffeen yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale Wabi Fufa Jul 25, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Caffeen yaa'ii idileesaa gaggeessuu eegale. Caffeen Oromiyaa har'a Adoolessa 18,2012 eegalee yaa'ii idileesaa 12ffaa, waggaa 5ffaa, bara hojii 5ffaa…
Oduu biyya keessaa Dabalatan namoota 760 irratti vaayrsiin koroonaa yoo argamu lubbuun namoota 3 darbeera Wabi Fufa Jul 25, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Dabalatan namoota 760 irratti vaayrsiin koroonaa yoo argamu lubbuun namoota 3 darbeera. Gabaasa qorannaa sa'aa 24 kaleessa darbeetin, samuudaa namoota…
Oduu biyya keessaa Ibsa raawwii hojii Caffee Oromiyaa Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Af yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo raawwii hojii gurguddoo Caffeen hojjechaa ture ilaalchisee miidiyaaleef ibsa laatan. Aadde…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afaaritti biqiltuu dhaabaan Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Afaaritti biqiltuu dhaabaan. Sirna dhaabbii biqiltuu kanarratti preezdaantii naannoo…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoo dogoggoraa Gibts Hidha Haaromsaarratti dhageessisaa jirtu jijjiirruuf hojiin… Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Odeeffannoo dogoggoraa Gibts Hidha Haaromsaarratti dhageessisaa jirtu jijjiirruuf hojiin diippiloomaasii cimaa ta’e hojjetamuu akka qabu himame.…
Oduu biyya keessaa Samuudaa 6898f Qorannaan Hojjetamee, Namoota 409 Irratti Vaayrasiin Koroonaa Argameera Obse Wakgari Jul 23, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin, samuudaa namoota 6898f qorannaan hojjetamee namoota 409 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Af yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faaraah, obbo Dammaqaa Makoonnan dabalatee… Obse Wakgari Jul 23, 2020 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2012 (FBC)- Af yaa'ii Mana Maree Federeeshinii FDRI obbo Adam Faaraah dabalatee qondaaltonni mootummaa biroon Hidhi Haaromsaa marsaa jalqabaatin bishaanin…
Oduu biyya keessaa Qondaaltonni mootummaa naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsan Obse Wakgari Jul 23, 2020 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2012 (FBC)- Hidhi Haaromsaa marsaa jalqabaatin bishaanin guutamuu isaatin qondaaltonni naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsan. Qondaatonni…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Adoolessa 18 eegalee yaa’ii idileesaa ni gaggeessa Obse Wakgari Jul 23, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Adoolessa 18,2012 eegalee yaa'ii idileesaa ni gaggeessa. Caffichi yaa'ii idilee 12ffaa, waggaa 5ffaa, bara hojii 5ffaa isaati kan…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa marsaa jalqabaatin bishaanin guutamuu isaatin baga gammaddan- Paartii Badhaadhinaa Obse Wakgari Jul 23, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa marsaa jalqabaatin bishaanin guutamuu isaatin Paartiin Badhaadhinaa baga gammaddan jedhe. Hidhichi bishaan qabachuun,…