Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq koomiishinicha waliin mari’atan Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen koomiishinii idil addunyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi Jaak Maa marsaa 3ffaan Finfinnee gale Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Deeggarsi meeshaalee yaalaa Faawundeeshinii Jaak Maa marsaa sadaffaan har'a Finfinnee gale. Deeggarsichi Finfinnee Tajaajila Fe'umsaa fi…
Oduu biyya keessaa IItyoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaarraaa dandamatanii 41 ga’eera Obse Wakgari Apr 26, 2020 0 Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) - Qorannaa laabraatoorii sa’aatii 24 darbe keessatti namoota 957 taasifameen nama 1 irratti dabalataan vaayrasichi argamuu isaa Ministirri Ministeera Fayyaa…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad Doonaald Traamp waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traamp waliin bilbilaan mari’ataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Oduu biyya keessaa Weerarri vaayrasii koroonaa akka hin babal’anne tattaaffii godhamutti dagannaan gufuu ta’uu hin qabu… Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa biyyaattii akka hin babal’anne tattaaffii godhamutti dagannaan gufuu ta’uu hin qabu jedhan Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota 5 irratti argame Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) - Qorannaa laabraatoorii sa’aatii 24 darbe keessatti namoota kuma 1 fi 19 taasifameen namoota 5 irratti dabalataan vaayrasichi argamuu isaa Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa dhimma misoomaa qofa osoo hin taane, dhimma jireenyati Obse Wakgari Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Hidha Haaromsaa dhimma misoomaa qofa osoo hin taane, dhimma jireenyati jedhame. Faanaa Broodkaastiing Koorporeet Ministeera Dhimma Alaa FDRItti miseensa…
Oduu biyya keessaa Sakattoo mana manarraatin manneen miiliyoona 3 ol qaqqabuun danda’ameera Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Hojii sakattoo mana manarraatin manneen miiliyoona 3 ol qaqqabuun danda'amuu ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisan.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad, muummee ministiraa Swiidiin waliin mari’atan Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, muummee ministiraa Swiidiin Steefan Loovaan waliin weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti bilbilaan…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa fi preezdaantiin naannoo Oromiyaa qophii hojii biqiltuu daawwatan Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Oromiyaatti qophii hojii biqiltuu…