Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Aug 3, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yaa'ii idilee 3ffaa bara hojii 7ffaasaa gaggeessaa jira. Manneen waliinii kumni dhibbi 1 fi kumni 25…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy maatii isaanii waliin ta’uun biqiltuu dhaaban Obse Wakgari Aug 2, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2012 (FBC) - Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad maatii isaanii waliin ta’uun mana barumsa bultii shamarranii Mananitti baratootta mana barumsicha waliin biqiltuu…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad qaamoole guyyaa har’a magaalaa Finfinneetti dhaabbii biqiltuu raawata jiran… Obse Wakgari Aug 2, 2020 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gootonni eegumsa naannawaa Finfinnee har'a kutaalee magaalattii hundarraa waamicha Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti sagantaa Ashaaraa magarisaan guyyaa tokkotti biqiltuun miiliyoonni 2 dhaabama jira Obse Wakgari Aug 2, 2020 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaa Ashaaraa magarisaan guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoonni 2 dhaabama jiraachuu Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Tarkaanfiiwwan ittisa COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne jedhan Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Tarkaanfiiwwan ittisa COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne jedhan. Tattaaffiin keenya waloo…
Oduu biyya keessaa Mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef mala – Inj.… Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – “Mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef mala” Itti aanaa Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa…
Oduu biyya keessaa Namoonni dabalataa 915 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) -Gabaasa idilee qorannoo sa’aatii 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 915 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa obbo Shimallis Abdiisaa Hordoftoota Amantaa islaamaa maraan Baga Ayyaana Iid Al Adihaa/ Arafaa… Obse Wakgari Jul 30, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oroomiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Hordoftoota Amantaa islaamaa maraan Baga Ayyaana Iid Al Adihaa/ Arafaa Geessan Jedhan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 805 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 10 darbe Obse Wakgari Jul 30, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Gabaasa idilee qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 805 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iid Al Adihaa/ Arafaa geessan… Obse Wakgari Jul 30, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iid Al Adihaa/ Arafaa geessan jedhan. Ergaa…