Fayyadamtummaa bishaaniirratti yaada Sudaan dhiyeessiterratti mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts fayyadamtummaa bishaaniirratti yaada Sudaan dhiyeessiterratti mari'atan.
Sudaan fayyadamtummaa bishaan laga…