Manni marichaa baajata dabalataa Birrii biiliyoona 28 raggaasise
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI baajata dabalataa Birrii biiliyoona 28 sagalee guutuun raggaasise.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa guyyaa har’aa…