Oduu biyya keessaa Gonfoon jaarraa 18ffaa gara biyyaa deebi’e Obse Wakgari Feb 20, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Gonfoon jaarraa 18ffaa gara biyyaa deebi'e. Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ministira Ministeera Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 Finfinneetti kabajame Obse Wakgari Feb 20, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 Finfinneetti kabajame. Waggaa 83ffaan guyyaa wareegamtootaa siidaa yaadannoo wareegamtootaa 6 Kiilootti…
Oduu biyya keessaa Caffeen muudama addaddaa raggaasisuun yaa’iisaa xumure Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Caffeen muudama addaddaa raggaasise. Haaluma kanaan: 1/ Aadde Caaltuu Saanii itti aantuu preezdaantii fi qindeessituu kilaastara…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uudhan muudaman Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta'uudhan muudaman Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa bara hojii…
Oduu biyya keessaa Badhaadhina biyyaatif hunduu tumsaan hojjechuu qaba – Dr. Abiy Ahimad Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) - Badhaadhina biyyaa mirkaneessuuf hunduu tumsaan hojjechuu qaba jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Muummee ministiraa Dooktar Abiy…
Biiznasii Caffeen labsii zoonii diinagdee addaa Gadaa bahe irratti mar’achuun raggaasise Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurrandhala 11, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa zoonii diinagdee hundeessuuf wixinee labsii zoonii diinagdee addaa Gadaa bahe irratti mar'achuun raggaasise. Zooniin diinagde kun…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad dhalattoota Tigraay miseensa paartii Badhaadhinaa waliin mari’ataniiru Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad jijjiramaan booddee naannoo garagararraa yakkaan shakkamanii kan to’anno seera jala jiran dirree siyaasaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan. Jijjiirrama Ityoophiyaan gaggeessituuf…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan. Ministir deettaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Fedhii, mirgaa fi faayidaa ummata kabachiisuun, walitti dhufeenya hawaasa naannolee ollaa… Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Fedhii, mirgaa fi faayidaa ummata kabachiisuun, olaantummaa seeraa mirkaaneessuu fi walitti dhufeenya hawaasa naannolee ollaa cimsuurratti…