Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad jiraattota godina Daawroof ergaa dabarsan Obse Wakgari Mar 7, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad godina Daawroo magaalaa Tarcaatti jiraattotaaf ergaa dabarsan. Dooktar Abiy istaadiyamii…
Biiznasii Koomiishinichi baatiiwwan 7n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.67f carraan hojii uumamuu beeksise Obse Wakgari Mar 7, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Carraa Hojii Uumuu baatiiwwan 7n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.67f carraan hojii uumamuu beeksise. Manni Maree Carraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Liigiin Arabaa Hidha Haaromsaarratti Gibts deeggaruun murteen dabarse fudhatama hin… Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Liigiin Arabaa Hidha Haaromsaarratti Gibts deeggaruun murteen dabarse fudhatama hin qabu jette. Liigiin Arabaa sadarkaa ministiroota…
Oduu biyya keessaa Qonna Arfaasaa fi Gannaatif xaa’oo kuntaalli miiliyoonni 15 qonnaan bulaadhaf raabsamuufi Obse Wakgari Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Qonna Arfaasaa fi Gannaatif xaa'oo kuntaalli miiliyoonni 15 qonnaan bulaadhaf raabsamuufi. Ministir deettaan Ministeera Qonnaa FDRI…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad duula qulqullinaarratti hirmaatan Wabi Fufa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Muummee Ministirra Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota bulchiinsa magaalaa Finfinnee waliin ta'uun duula qulqullina irratti hirmaatan. Duula…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinni egeree biyyaa itti fuufsisuuf itti gaafatama dachaa paartii fudhatedha – MM Dr. Abiy… Wabi Fufa Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Badhaadhinni egeree biyyaa itti fuufsisuuf itti gaafatama dachaa paartii fudhatedha jechuun Muummeen Ministira FDRI fi preezdaantiin paartii…
Oduu biyya keessaa Kana hin hojjetinaa, kana ammoo mallateessaa wanti jedhu sirrii miti – obbo Dammaqaa Makoonnan Wabi Fufa Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Mana Maree Qindeessituu Hirmaannaa Ummataa Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa yaa'ii idilee 12ffaasaa gaggeesse. Sadarkaa ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Boordichi komii paartileerraa dhiyaatef, qaamoleen komiin irratti dhiyaate ibsa akka laatan waamicha… Obse Wakgari Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Guurrandhala 26, 2012 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa komii paartilee siyaasaarraa dhiyaatef, qaamoleen komiin irratti dhiyaate ibsa akka laatan waamicha…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad baga ayyaana injifannoo Kaarraamaarratiin ittiin isin ga’e jedhan Obse Wakgari Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Guurrandhala 26, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baga ayyaana injifannoo Kaarraamaarraan ittiin isin ga'e jedhan. Ayyaanni injifannoo Kaarraamaarraa…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa Kookaa Koollaa Kaampaanii waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa Kookaa Koollaa Kaampaanii waliin mari'atan. Dooktar Abiy dura taa'aa Kookaa Koollaa…