Dr. Abiy barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’ataan
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin bilbilaan mari’ataniiru.…