Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise. Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Ismaa’eel Oomar Giilleen waliigaltee Hararii fi Artaa dinqisiifatan Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Jibuutii Ismaa'eel Oomar Giilleen waliigaltee magaalaan Hararii fi Artaan taasisan dinqisiifatan. Preezdaant Ismaa'eel Oomar…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murteewwan addaddaa dabarse Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga'ii idilee 78ffaa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse. Manni marichaa wixinee Mana Maree Waliigalaa Dhimma…
Oduu biyya keessaa Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa kaayyoo hundeeffameef dhaabbachuu qaba jedhame Wabi Fufa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa kaayyoo hundeeffamee fi itti gaafatamumma irra kaa’ame qixaan ba’achuu akka qabu ibsame. Manni Maree Bakka…
Oduu biyya keessaa Wixineen labsii hariiroo mootummootaa irra deebiin akka ilaallamu gaafatame Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Wixineen labsii hariiroo mootummootaa irra deebiin akka ilaallamu koreen dhaabbii dhimmoota seeraa, haqaa fi demokraasii Mana Maree Bakka Bu'oota…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy bakka buutota ummataa aanaalee naannoo Kibbaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka buutota ummataa aanaalee naannoo Kibbaa waliin mari'ataniiru. Waltajjicharratti bakka buutonni…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guutinsa bishaanii fi bulchiinsa isaarratti wixinee waliigaltee… Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guutinsa bishaanii fi bulchiinsa isaarratti wixinee waliigaltee dhumaa qopheessuuf Kaartuumitti walga'aniiru.…
Oduu biyya keessaa Yaada filmaataa ummataaf dhiyeessun barbaachisaa ta’uu paartileen siyaasaa beeksisan Obse Wakgari Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Filannoo biyyoolessaarratti yaada filmaataa ummataaf dhiyeessun barbaachisaa ta'uu paartileen siyaasaa beeksisan. Ityoophiyaan sirnoota…
Oduu biyya keessaa Itti fayyadamni miidiyaalee yeroo kakaasii filannootti haqa qabeessa ta’uu qaba- paariilee Sifen Megersa Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Itti fayyadamni miidiyaalee yeroo kakaasii filannoo haqa qabeessa ta’uu akka qabu paariileen siyaasaa hubachiisaan. Paartiileen morkattootaa Faanaa…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa Dooktar Abiy muudama ministiroota sadii laatan Obse Wakgari Jan 22, 2020 0 Finfinne, Amajjii 13, 2012 (FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama ministiroota sadii laatan. Haaluma kanaan; Dooktar Geetaahuun Makuriyaa; ministira…