MM Dr Abiy jiraattota godina Booranaa fi Gujii Lixaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad godina Booranaa fi Gujii Lixaa daawwatan.
Dooktar Abiy godina Booranaa magaalaa Yaa'a Balloo fi godina Gujii…