Oduu biyya keessaa Jilli Ityoophiyaa Poort Sudaan daawwate Obse Wakgari Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa ministira Ministeera Geejibaa FDRI aadde Daagmaawiit Moogasiin duurfamu Poort Sudaan daawwate. Jilichaan preezdaantii…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy misooma magariisaa qarqara lageenii naannoo Hoteela Sharaatan daawwatan Obse Wakgari Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad misooma magariisaa qarqara lageenii naannoo Hoteela Sharaatanitti deeggarsa mootummaa Chaayinaatin hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa FDRI ergaa baga geessanii Ayyaana Qillee dabarsan Sifen Megersa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad ergaa baga geessanii Ayyaana qillee dabarsan. Dooktar Abiy Ahimaad hawaasa Addunyaa fi lammiilee…
Oduu biyya keessaa Godinni Baalee godinaalee lamatti akka gurmaa’u kaabineen mootummaa naannoo Oromiyaa murteesse Obse Wakgari Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Kaabineen mootummaa naannoo Oromiyaa walga'iisaa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse. Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Mulaatun mootii Saawdii Arabiyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI duraanii Dooktar Mulaatuu Tashooman mootii Saawdii Arabiyaa Salmaan Biin Abdul Aaziiz Al Saa'ud waliin mari'atan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Waggaa 3ffaan sirni Gadaa hambummaan itti galmaa’e Mudde 24-25 kabajama Wabi Fufa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Waggaa 3ffaan sirni Gadaa Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti galmaa’e Muddee 24-25 magaalaa Yaa’a Bal’ootti ni kabajama. Sirni Gadaa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Meeshaan elektirooniiksii ragaa barnoota sobaa adda baasu qophaa’aa jira Wabi Fufa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Meeshaan elektirooniiksii ragaa barnoota sobaa adda baasu qophaa’aa jiraachun ibsame. Meeshaan elektirooniiksii diijiitaalaa ragaa barnootaa adda baasu…
Oduu biyya keessaa Jilli mootummaa Ityoophiyaa qondaaltota Sudaan waliin mari’ate Obse Wakgari Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Jilli mootummaa Ityoophiyaa qondaaltota Sudaan waliin mari'ate. Jilli ministira Ministeera Geejibaa FDRI aadde Daagmaawiit Moogasii fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq, Anjaliinaa Joolii waliin mari’atan Wabi Fufa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hojii tola ooltummaa fi fiilmii hojjechuun kan beekamtu Anjaliinaa Joolii waliin mari’atan. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Paartilee siyaasatiif yeroo qilleensaa ramaduuf qophiin taasifameera Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Paartileen siyaasaa sagantaa fi kaayyoo isaanii karaa miidiyaaletiin akka beeksifatan ramaddii yeroo laachuuf qophiin taasifamuu Abbaan Taayitaa…