Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan..

Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu.

Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Bireentifoordi – Maanchiister Yuunaayitiid ni keessummeessa.

Sa’aatii 11:00 jalqabee immoo taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’u, Cheelsii – Biraayitan, Kiristaal Paalaas – Liiverpuul, Liidis Yuunaayitiid – Boornimaawuuz waliin yoo morkatan, Maanchiister Siitiin ammoo Barnileey waliin taphata.

Galgala sa’aatii 1:30 eegalee Nootingahaam Forest – Sandarlaandi waliin, halkan sa’aatii 4:00 jalqabee Tootenhaam – Woolviis waliin morkatan.

Boru waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee Astoon Viilaan – Fuulhaam waliin kan falmatu yoo ta’u,galgala sa’aatii 12:30 jalqabee taphni Niwuukaasiil – Arsenaal keessummeessu ni eegama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.