Ityoophiyaan tokkoomtet, juuntichi kophaatti hafe- Jeneraal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Juuntichi gochaa sukkanneessaa garajabummaa akkanaa raawwataan hin tilmaamne turre jedhan eetaamaajoorri waliigalaa raayyaa ittisa biyyaa…