Ityoophiyaatti dabalataan namoonni 1,533 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,533 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleeessa darbeen…