Ispoortii Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate. Liigiichaan guyyaa har’aa taphoonni 6 kan…
Oduu biyya keessaa Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa waggoota arfaan darban hojjetaman sodaa balaa gogiinsaa hir’isuu… Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) - Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa waggoota arfaan darban hojjetaman sodaa balaa gogiinsaa hir’isuu danda’eera. Ityoophiyaatti waggoota arfaan…
Idil Addunyaa Chaayinaan alatti dhukkubsatan vaayrasi koroonaan lubbuun darbe Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Chaayinaan alatti dhukkubsatan vaayrasi koroonaan lubbuun darbe. Chaayinaan alatti duutii jalqabaa vaayrasi Koroonaa mudateen Filippiinsi keessatti…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii daawwatan Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii daawwatan. Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii Lagahaarree – marfata…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo Ityoophiyaa daawwachufi. Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) –Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo Ityoophiyaa daawwachufi. Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo daawwanna isaanii Kan…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni paartii Badhaadhinaa duula qulqullinaa naannoo fi biqiltuu kunuunsu raawwataniiru Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Hoggantoonni paartii Badhaadhinaa duula qulqullinaa naannoo fi biqiltuu kunuunsu raawwataniiru. Magaalaa Adaamaatti leenjirratti kan argaman…
Oduu biyya keessaa Hudhaalee Invastimantii hiikuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Hudhaalee Proojektota invastimantii Oromiyaa furuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksise.…
Ispoortii Dorgommiin walakkaa maaraatoonii 13ffaan guyyaa booru Bishooftuutti ni gaggeeffama Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Dorgommiin walakkaa maaraatoonii 13ffaan Ityoophiyaa guyyaa booru magaalaa Bishooftuutti ni gaggeeffama. Fiigicha Walakkaa Maaraatoonii kana…
Uncategorized Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan jalqaba baatii Guraandhala 2012 gaggeeffama Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23,2012 (FBC)-Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan Guraandhala 1 fi 2 Finfinneetti ni gaggeeffama. Yaa’ii kana hordofuuf miidiyaaleen 320 biyyoota…
Fayyaa Namoonni Vaayirasii Koroonaan du’an 259 irra ga’e Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Chaayinaatti namoonni dhibee Vaayirasii Koroonaan du’an 259 irra ga’uu Komishiniin Fayyaa Biyyaaleessa Chaayinaa beeksise. Hanga guyyaa…