Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannoo Sidaamaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa sirna hundeeffama bulchiinsa mootummaa naannoo Sidaamaa sababeeffachuun deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasiseera.…