Obbo Shimallisa Abdiisaa Preezdaantii naannoo Oromiyaa ta’uun mudaman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa gaggeesseen obbo Shimallis Abdiisaa Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa…