Uncategorized Preezdaant Saahiwarq magaalaa Dasee galan Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Sahilawarq Zawdeen lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an daawwachuuf magaalaa Dasee galaniiru. Preezdant…
Oduu biyya keessaa Harargee Lixaatti dargaggoonni kumni 2 fi 329 Marsaa 3ffaaf Raayyaa Ittisaatti makaman Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Marsaa 3ffaaf dargaggoonni kumni 2 fi 329 Raayyaa Ittisaa Biyyaatti makamaniiru. Dargaggoonni Godina Harargee Lixaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Antooniyoo Guutareez waliin marai’atan Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin barreessaa olaanaa Dhaammata Mootummoota Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Barri kun bara abbaa biyyummaa caalmaatti itti mirkanaa’eedha – Aadde Loomii Badhoo Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15,2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii mana maree 5ffaa xumurraa fi yaa’ii 1ffaa bara hojii mana maree 6ffaa gaggeessaa jira. Af Yaa'iin Caffee…
Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaa fi dargaggoonni Addabaabayii Masqalaa qulqulleessan Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Ejansiin Bulchiinsa balfa gogaa magaalaa Finfinnee Yaa'ii dhaabbilee amantaa waliin ta'uu kabaja Ayyaana Daamaraaf Addabaabayii Masqalaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan haaraan hundaa’uu nageenyaa fi Tasgabbiif xiyyeeffannoo addaa laachuu akka qabu… Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Mootummaan haaraan hundaa'uu nageenyaa fi Tasgabbiif xiyyeeffannoo addaa laachuu akka qabu abbootiin amantaalee dubbatan. Abbootiin Gadaa fi abbootiin…
Oduu biyya keessaa Kabajni Ayyaana Irreechaa, Daamaraa fi hundeeffamni mootummaa rakkoo nageenyaa malee akka… Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Kabajni Ayyaana Irreechaa, Daamaraa fi hundeeffamni mootummaa rakkoo nageenyaa malee akka gaggeeffamu qophiin barbaachisu taasiifamuu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni Afrikaa Imaammata haala qabatamaa ummata waliin wal simu hordofuu qabu jedhame Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Biyyoonni Afrikaa filannoo Imaammata haala qabatamaa ummata waliin wal simu hordofuu akka qaban Siiminaara Paartilee Siyaasaa Afrikaa 4ffaa Koministiin…
Oduu biyya keessaa Barbarree fi Shiroon kuntaalli 30 wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makamee guguramuuf ture… Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Torban tokko keessatti Barbarree fi Shiroon kuntaalli 30 wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makamuun gurgurtaaf dhiyaachuuf ture to’atamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Kamiil ergamaa Addaa Ingiliiz waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil jila ergamaa Addaa Ingiliiz Miisteer Niik Daayeeriin durfamu waliin dhimmoota waqtaawaarratti…