Hawaasni odeeffannoowwan sobaa tamsa’aan irraa of eegannoo taasisuu qaba-Ministeera Raayyaa Ittisa…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Hawaasni odeeffannoowwan sobaa tamsa’aan irraa of eegannoo taasisuu qaba jechuun Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksiseera.
Daayreektarri…