Teeknooloojii Itiyoophiya gara Addunyaa Dijitaalaatti… Yonatan Birhanu Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Imalli Itiyoophiyaan gara dijitaalaatti gootu hirmaannaa dinagdee guddisuu, iftoomina cimsuu fi bu’uuraalee misoomaa dijitaalaa uummataa cimaa ijaaruu…
Ispoortii Dorgommii Daayimand Liigii fiigicha gufachiisaa meetira 3,000’n Atileet Gammachuu Godaanaa… Yonatan Birhanu Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Dorgommii Daayimand Liigii Biraaselsitti gaggeeffameen, atileetiin Itiyoophiyaa Gammachuu Godaanaa fiigicha gufachiisaa meetira 3,000 injifateera.…
Oduu biyya keessaa Yeroon Waliigaltee Kireessaa fi Kireeffataa Haaromsuu Hanga Qaammee 5tti Dheerate Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Yeroon xumuraa waliigaltee kireessaa fi kireeffataa haaromsuu hanga Qaammee 5, 2018tti dheerachuu isaa Biiroon Misoomaa fi Bulchiinsa Manneen Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni naannawichaa qajeeltoo fayyadamummaa waloon Itiyoophiyaaf karra galaanaa mijeessuun… Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Biyyoonni naannawichaa qajeeltoo fayyadamummaa waloo fi karaa nagaan Itiyoophiyaaf karra galaanaa mijeessuun, jireenya isaanii waloo mirkaneessuu qabu…
Ispoortii Maanchister Siitiin Koveentarii Siitii mo’ate Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Sagantaa taphaa torbee 3ffaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Maanchister Siitiin Koveentarii Siitii 1-0’n injifateera. Tapha galgala sa’aatii 11:00…
Oduu biyya keessaa Boru itti yaadanii dhalootaaf bocuun mallattoo mootummaa Ida’amuu ta’eera – TKM Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) — Boru itti yaadanii dhalootaaf bocuun mallattoo mootummaa Ida’amuu ta'eera jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilichi ibsa fuula…
Ispoortii Niiwkaasil Yunaayitidii fi Boornimaawuz qixa ba’an Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Tapha torbee 3ffaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Niiwkaasil Yunaayitidii fi Boornimaawuz galchii 2-2’n walqixa xumuraniiru. Tapha har’a sa’aatii 8:30…
Oduu biyya keessaa Itiyoo Telekoom itti-gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahuuf tattaaffii isaa cimsee itti fufa –… Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Itiyoo Telekoom itti-gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahuuf hojiiwwan tola ooltummaa hojjetu cimsee akka itti fufu Hojii Raawwachiistuu Olaantuun…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Haraambee barattoota kuma 2 fi 800 ol eebbisiise Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Haraambee barattoota marsa 25ffaaf ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2nfi 887 har'a eebbisiiseera. Eebbifamtoonni kunniin damee…
Oduu biyya keessaa Damee Tuurizimii Waggoota Shanan Darban keessa… Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Waggoota shanan darban keessatti dameen turizimii Itiyoophiyaa milkaa’ina baay'inaa fi gosaan galmeessuun, sochii idilee irraa gara maddoota galii…