Dooktar Abiy ayyaana Arafaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimd Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…