Abbootii qabeenyaa idil addunyaa waliin haala nageenyaarratti mari’atame
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Abbootii qabeenyaa idil addunyaa hojiilee Invastimantii garaagaraa irratti bobba’an waliin haala nageenyaarratti mariin taasifameera.…