Bara oomishaa kana hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 5 sanyiin uwwifamuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Bara oomishaa 2013/14 hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 5 sanyii akaakuu garaagaraan uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.…