Oduu biyya keessaa Magaalaa Duukamitti proojektoonni misoomaa 48 eebbifaman Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Duukamitti proojektoonni misooma Birrii biiliyoonni 1.2 baasii itti ta'e bakka Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Ispoortii Adaamaa, Abbaa Jifaarii fi Walqixxeen Priimeyar Liigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffatan Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Bara dhufu kilaboonni naannoo Tigraay Priimeyar Liigii Ityoophiyarratti kan hin hirmaanne ta'uu isaaniitiin kilaboonni bara darbe Priimeyar liigii…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Ispoortii magaalaa Finfinnee tajaajila lammummaa gannaa hawaasa Ispoortii kuma dhibba 5… Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Komishiniin Ispoortii magaalaa Finfinnee tajaajila lammummaa gannaa hawaasa Ispoortii kuma dhibba 5 hirmaachisu har'a ifatti eegalchiiseera. Mata…
Oduu biyya keessaa Labsii tajaajila lammummaa labsameen duudhaa Oromummaa ijaaruuf ni hojjenna – Obbo Shimallis… Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Labsii tajaajila lammummaa labsameen duudhaa Oromummaa ijaaruuf ni hojjenna jedhan Preezdaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli lamummaa seektara barnootaa naannoo Oromiyaa eegalame Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Hojiin tajaajila lammummaa seektara barnoota Oromiyaa har'a bakka Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti magaalaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 537 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 537 Saa'ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi'aniiru. Haaluma lammiilee Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyyaarraa gara biyyaa…
Ispoortii Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Shaampiyoonaa taate Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) –Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Biraaziil goolii 1 fi 0n injifachuun Shaampiyoonaa taateerti. Gareen Biyyaalessa Arjentiinaa waggoota 28…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Ifaa Boruu Obbaay Dibdibbee sadarkaa 2ffaan har’a ni eebbifama Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Manni Barumsaa Ifa Boruu Obaay Dibdibbee Sadarkaa 2ffaa Duukam har'a bakka Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kutaalee magaalee Finfinnee keessatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa har'aa biqiltuu miiliyoona 1 dhaabuuf Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kutaalee magaalee hunda keessatti gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy bu’aa filannoo ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad bu'aa filannoo ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsan. Dooktar Abiy filannoo marsaa 6ffaan…