Naannoo Kibbaatti Biqiltuu Bunaa miiliyoona dhibba 1 dhaabuuf qophiin taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) –Naannoo Kibbaatti misooma bunaa babal'isuuf Biqiltuu Bunaa miiliyoona dhibba 1 dhaabuuf qophiin taasiifamuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa naannichaa…