Idil Addunyaa Swidiiniitti balaa xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namootaa 9 darbe Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Swidiiniitti balaa xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namootaa 9 darbeera. Balichaan lubbuun namoota 9 darbuun isaa himamaa jira. Xiyyaarittin…
Oduu biyya keessaa Murtoon Mana Maree Nageenyaa bu’aa guddaa Dippiloomaasiiti – Ministeera Dhimma Alaa Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Hidhaan Haaromsaa dhimma misoomaa fi dhimma Afrikaa ta’uu mirkanneessuun isaa bu’aa guddaa dippiloomaasiin argame ta’uu…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa wixinee labsii manneen murtii Aadaa hundeessuuf qophaa’erratti marii gaggeessaa… Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Caffeen Oromiyaa, wixinee labsii manneen murtii Aadaa hundeessuuf qophaa’erratti marii gaggeessaa jira. Waltajjicharrattis Afyaa’iin Caffee Oromiyaa ,…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 60 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 60 Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru. Waajjirri Qonsiilaa FDRI Beeruut qaamolee ilaallatuu waiin ta’uun lammiilee sanadaa hin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti durbatoonni kumni 10 ol sagantaa Ashaaraa Magariisaan Biqiltu dhaaban Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Dubartoonni magaalaa Finfinnee mata duree ‘obboleettummaa sabdaneessaa misooma magariisaa keenyaaf’ jedhuun biqiltuu dhaabaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Kaamiil magaalaa Harariitti biqiltuu dhaabuun Ashaaraa Magariisaa jalqabsiisan Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil magaalaa Harariitti biqiltuu dhaabuun Ashaaraa Magariisaa jalqabsiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfa Birrii sobaa osoo maxxansanii argaman to’annaa jala oolan Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfa Birrii sobaa osoo maxxansanii argaman to’annaa jala oolaniiru. Kutaa magaalaa Booleetti namoonni dhuufa Birrii…
Idil Addunyaa Ajjeechaa Preezdaantii Haayitii hordofee biyyattiitti lolli hammaachuu ibsame Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Preezdantiin Haayitii ajjeefamuu hordofee biyyattiitti lolli qawwee jabaachuu ibsameera. Preezdantiin Haayitii Jovinel Mo’is Poorti aa…
Oduu biyya keessaa Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Beenishaanguul Guumuuz Wiixata ni eegalama Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Beenishaanguul Guumuuz Adooleessa 5 – 7, 2013 kan laatamu ta’uu ibsameera. Qormaanni harki caalu manneen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Meeksiikoo waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Meeksiikoo…