Dooktar Abiy magaalaa Bahaar Daaritti Riqicha Laga Abbay irratti hojjetamaa jiru daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Bahaar Daaritti Riqicha Laga Abbay irratti hojjetamaa jiru daawwataniiru.…