Oduu biyya keessaa Naannolee ollaa Bahaa Ityoophiyaatti mariin dhimma nageenyaa gaggeeffame Obse Wakgari Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Naannolee ollaa Bahaa Ityoophiyaatti dhimma nageenyaa naannoorratti mariin magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffameera. Humnoonni…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Imbaasii Ityoophiyaa Ankaaritti ijaarame eebbisan Wabi Fufa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Imbaasiin Ityoophiyaa Tuurki Ankaaraatti ijaarame guyyaa har’aa ebbifameera. Sirna eebbaa kanarratti Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Yibalxaal Sudaanitti ambaasaaddaroota Raashiyaa fi Swiizarlaand waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Yibalxaan Ayimiroon Sudaanitti Ambaasaaddaroota Raashiyaa fi Swiizarlaand waliin mari’ataniiru.…
Idil Addunyaa Giiniin weerarri vaayrasii iboolaa muuldhachu ifoomsite Obse Wakgari Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Vaayrasii iboolaatiin lubbuun namoota 3 darburratti hunda’ee vaayrasichi bifa weeraraatin muuldhachuu Giiniin ifoomsiteetti. Biyyattitti weerara…
Oduu biyya keessaa Proojaktiin magaaloota baadiyyaa 25 madda anniisaa aduu fayyadamoo kan taasisu ifoome Wabi Fufa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Bu’uura sagantaa elektirifikeeshinii biyyaalessaan madda anniisaa olaanaa irraa kan fagaaatan gandootaa fi magaalota baadiyyaa 25 proojaktiin madda…
Oduu biyya keessaa Talaalliin vaayrasii koroonaa haara Chaayinaan gumaachitee Ziimbaabuwe gale Obse Wakgari Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Talaalliin vaayrasii koroonaa haara Chaayinaan gumaachitee har’a ganama Zimbaabuwee magaalaa guddoo Haraaree galuu dhaga’ameera. Itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Paartii Badhaadhinaa Dooktar Abiy mallattoo dorgommii Filannoo ifoomsaan Sifen Megersa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Waltajjiin Paartii Badhaadhinaa mata duree ‘sabdaneessummaa obbolummaa Badhaadhina waloof’ jedhuun Sharaatan Addisitti gaggeeffameera.…
Ispoortii Dorgommii figiichaa mana keessaa Faransaay Atileet Gudaaf Tsaggaayee injifatte Wabi Fufa Feb 15, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Dorgommii figiichaa mana keessaan Faransaayitti gaggeeffame Atileet Gudaaf Tsaggaayee injifatte. Waldorgommii fiigichaa mana keessaa meetra…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Maarqos Takleen Gibtsitti ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 14, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC) - Ambaasaaddar Maarqos Takleen Gibtsitti ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa Jooseef Maashibiyyee waliin mari'atan. Ambaassaadddar Maarqoos marii sadee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 788 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 14, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 788 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 13 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…