Jiraattonni magaalaa Kombolchaa hiriira deeggarsaa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Walloo Kibbaa magaalaa Kombolchaa hiriira deeggarsaa hoggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.…