Uncategorized Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa badhaasa 2022 APEX injifate Debela Tadesse Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) –Daandiin qilleensa Ityoophiyaa badhaasa filannoo imaltootaa “2022 APEX Regional Passenger Choice” jedhamu injifate. Daandichi tajaajila…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Preesii Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif marsaa 2’n Kitaabilee kuma 15 ol… Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Preesii Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif marsaa 2'n Kitaabilee kuma 15 fi 400 arjoome. Dhaabbatichi Kitaabilee afaan biyya keessaa fi…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Weellisaa Daawwit Naggaa raawwatame Sifen Megersa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) –Sirni Awwaalchaa Weellisaa Daawwit Naggaa (Damana) guyyaa har’aa Mana Amantaa Kiristiyaanaa Kaateediraalii Sillaaseetti raawwatameera.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa… Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbanni ‘Hundee Oromo Grass Root Development Initiative’’ jedhamu horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen Miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa…
Idil Addunyaa Turkiyyeen bara 2023tti gaazii uumamaa meetirik kuubii miiliyoona 10 galaana gurraacharraa gara… Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Turkiyyeen kurmaana jalqabaa bara 2023tti guyyaa guyyaan gaazii uumamaa meetirik kuubii miiliyoona 10 galaana gurraacharraa gara biyya keessaatti…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti biqiltuu miiliyoona 7.4 dhaabuuf qophiin taasifamuu ibsame Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti ganna bara kanaan biqiltuu miiliyoona 7 fi kuma dhibba 4 ol dhaabuuf qophiin taasifamuu Biiroon Miidhaginaa fi Misooma…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti sagantaan ashaaraa magariisaa bu’aa qabeesaa akka ta’uuf hoggansi kutannoon akka… Debela Tadesse Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti sagantaan Ashaaraa Magariisaa baranaa, bu’aa qabeesaa akka ta’uuf hoggansi kutannoon akka hojjetu Preezdaantiin Naanoo Hararii Obbo…
Oduu biyya keessaa “Nageenya barbaanna jechuun marii dhokataa taasifna jechuu miti”-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Daandiin hordofnu Ityoophiyaan nagaa akka taatu waan ta’eef nageenya barbaannaa jechuun keenya marii dhokata taasifna jechuu miti jedhan Muummeen…
Oduu biyya keessaa Mariin walitti hidhamiinsa indaastirii oomishaalee fi galtee indaastirii irratti xiyyeeffate… Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Mariin walitti hidhamiinsa indaastirii oomishaalee fi galtee indaastirii irratti xiyyeeffate gaggeeffame Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Musxafee Mohaammadiin durfamu Magaalaa Booramaa gale Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mohaammadiin durfamu Somaalilaand magaalaa Booramaa galuu ibsame. Jilichi wayita Booramaa…