Idil Addunyaa Hoggannaan Alqaayidaa Ayimaan Al Zawahirii ajjeefame Debela Tadesse Aug 2, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Ameerikaan hogganaa garee Alqaayidaa Ayimaan Al Zawahirii ajjeesuu ishee beeksifte. Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan akka ifoomsanitti, Osaamaa…
Waajabila Faanaa Lammii Turkii lafa gammoojjii gara Bosonaatti jijjiire Sifen Megersa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Lammiin Turkii Hiikmaat Kaayyaa Biqiltuuwwaan miiliyoona 30 dhaabuun lafa Gammoojjii gara Bosonaatti jijjiiruu danda'e. Namni dhuunfaan kun…
Ispoortii Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadiin Atleetoonni Ityoophiyaa marsaa itti… Sifen Megersa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) - Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti har'a fageenyawwan garaagaraan gaggeeffameen Atleetoonni…
Uncategorized Magaalichatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaan hanga ammaatti Biqiltuuwwan miiliyoonni 9.8… Sifen Megersa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnetti sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaan hanga ammaatti Biqiltuuwwan miiliyoonni 9.8 dhaabbachuu sadarkaa Itti Aanaa Kantibaatti…
Biiznasii Daldalaa waliin dhahuu fi Kontiroobaandiin maallaqni mootummaan dhabuuf ture Birrii biiliyoonni 50.6… Sifen Megersa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) - Daldalaa waliin dhahuu fi Kontiroobaandiin maallaqa mootummaan dhabuuf ture Birrii biiliyoonni 50.6 ol baraaruun danda'amuu Ministeerri Galiiwwanii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroo Angoolaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetti – Obbo… Sifen Megersa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministiraa Angoolaa Teetee Antooniiyoo waliin…
Idil Addunyaa Joo Baayidan Raashiyaa waliin mari’achuuf qophii ta’uu ibsan Ayana Dheressa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) –Pirezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Tarsiimoo waliigaltee meeshaa waraanaa hir’isuufi to’achuu irratti Raashiyaa waliin mari’achuuf qophii ta’uu ibsuun…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Somaalee baajata naannichaa Birrii biiliyoona 31.7 ol raggaasise Debela Tadesse Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Somaalee yaa’ii idilee 3ffaa gaggeesseen baajata bara 2015 naannichaa Birrii biiliyoona 31.7 raggaasiseera. Hogganaan Biiroo…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 33 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an Sifen Megersa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 33 har’a gara biyyaa deebi’aniiru. Deebitoota keessaa 2…
Oduu biyya keessaa Rooba cimaa sa’aatiiwwan walitti fufanii fi guyyootaaf roobuun lolaa, laggeen guutuu fi sigigaachuun… Debela Tadesse Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Rooba cimaa kutaalee biyyattii tokko tokkotti sa’aatiiwwan walitti fufaa fi guyyoota walitti aananiif roobuun lolaa, laggeen guutuu fi sigigaachuun…