Qaamolee seeraan alaa sharafa maallaqa alaarratti bobba’an irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Qaamolee karaa seeraan sharafa maallaqa biyyoota alaarratti bobba’an irratti tarkaanfiin qorannoo irratti hundaa’e fudhatamuu Tajaajilli Nageenya…