Ispoortii Cheelsiin leenjisaa Toomaas Tuusheelsiin gaggeesse Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Gareen Kilabii Kubbaa Miilaa Ingiliz Cheelsiin leenjisaa Toomaas Tuusheelsiin gaggeessuu beeksise. Kilabichi tapha Shaampiyoonsi liigii Daayinaamoo…
Oduu biyya keessaa Koomishiniin Gumurukaa manneen jireenyaa fi daldalaa ijaarsisee kenne Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC) - Koomishiniin Gumurukaa namoota harka qalleeyyii fi maanguddootaaf manneen jireenyaa 27 fi manneen daldalaa saddeet Birrii miiliyoona 15 ijaarsise…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti egzibiishiniifi baazaariin qonna magaalaa baname Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)-Magaalaa Finfinneetti Egzibiishiniifi Baazaariin qonna magaalaa oomishaaleen gatii gadi aanaan itti dhiyaatan baname. Guyyaa oomishtummaa sababeeffachuun…
Oduu biyya keessaa Jilli miseensota biyyoota yaa’a Abbaay irraa walitti babba’e HGHI daawwate Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Jilli miseensota biyyoota yaa’a Abbaay irraa walitti babba’e Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa daawwate. Jilichi hayyoota qorannoo dhaabbilee qabeenya…
Idil Addunyaa Raashiyaan biyyoonni Lixaa kan waadaa seenan “Qoqobbii loojistiksii“ hinkaasne jechuun qeeqxe Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Raashiyaan oomisha miidhaanii fi xaa’oo addunyaaf akka dhiyeessituuf biyyoonni Lixaa waada seenan hinkabajne jedhan Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Saargee…
Oduu biyya keessaa Raawwiin oomisha qamadii Oromiyaa gamaaggamamaa jira Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Naannoon Oromiyaa raawwii oomisha qamadii gamaaggamaa jiraachuun ibsame. Waltajjii gamaaggamaa kanarratti Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Paarkiin magariisaa Roobee Birrii miiliyoona 80‘n ijaarame ebbifamuufi Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Paarkii magariisaa Magaalaa Roobee Birrii miiliyoona 80‘n ijaarame Sanbata dhufu eebbifamee tajaajilaaf banaa akka ta’u ibsame. Paarkichi kiiloomeetira…
Oduu biyya keessaa Humna Waloo adda Walloo hiriiraniif deeggarsi Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamamu taasifame Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dabra Birhaan Humna Waloo Adda waraanaa Walloo hiriiraniif deeggarsa beeyladootaa fi meeshaalee garaagaraa taasise. Deeggarsi…
Oduu biyya keessaa Godinichi Avookaadoo gabaa alaaf dhiyeessuuf hojii sassaabbii eegaluu ibsame Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti oomishaa avokaadoo sanyii fooya'aa gabaa biyya alaatti erguuf sassaabbiinsaa eegalamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Silashiin diyaaspooraa sagalee dhageessisan dinqisiifatan Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Silashii Baqqalaan Ityoophiyaaf sagalee dhageessisuuf miseensota diyaaspooraa Waashingitan DC’tti hiriira bahan…