Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 195 taasise
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 95 taasisuu ibsameera.
Baankichi Ityoophiyaatti talaallii vaayrasii…