Waraanni Raashiyaa magaalaa Liimaan guutummaan guutuutti to’achuu gabaafame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Waraanni Raashiyaa magaalaa kutaa Baha Yuukreen Liimaan jedhamtu guutummaan guutuutti to’achuu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa biyyattii beeksiseera.…