MM Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Islaamaaf ergaa baga geesanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 23, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Islaamaaf ergaa baga geesanii dabarsaniiru.
Ayyaana Iid Uumaan gammachuu dhala namaaf kenne hawaasni…