Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’an 20 gara Tigraay seenuu Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil…
Finfinnee, Eebila 23, 2014 (FBC) –Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa daraan murteessoo ta'an fe'an 20 naannoo Tigraay magaalaa Maqalee ga'uu isaanii Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa…