Oduu biyya keessaa Lammiilee mana hidhaa Jiddaa fi naannawaashee jiran deebisuun har’a eegale Sifen Megersa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa mana hidhaa fi buufata turtii Jiddaa fi naannawaashee jiran gara biyyaatti deebisuun har’a eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Mareen biyyaalessaa kan milkaa’uu Ityoophiyaanoonni hundi abbummaan adeemsicha deeggaruu yoo… Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Mareen biyyaalessaa kan milkaa’uu Ityoophiyaanoonni hundi qajeeltoo sirrii fi abbummaan adeemsicha deeggaruu yoo danda’aniidha jedhan Muummeen…
Oduu biyya keessaa Kaabineen naannoo Somaalee lammiilee hongeen miidhamaniif kan oolu baajataa dabalataa Birrii… Sifen Megersa Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Somaalee lammiilee hongeen miidhamaniif kan oolu baajataa dabalataa Birrii miiliyoona 70 raggaasiisuu Hogganaan Biiroo…
Oduu biyya keessaa Waldaan Kiristiyaanaa Beetel Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee waliin ta’uun lammiilee hongeen… Sifen Megersa Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Waldaan Kiristiyaaaanaa Beetel Afaan Oromoo Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee waliin ta'uun lammiilee Godina Baalee Bahaa sababa hongeen miidhamaniif…
Oduu biyya keessaa Buraayyuutti mana nama dhuunfa dhiyeessi lojiistikii Shaneetin shakkamte keessatti meeshaan waraanaa… Obse Wakgari Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Buraayyuutti mana nama dhuunfa dhiyeessi lojiistikii Shaneetin shakkamte keessatti meeshaan waraanaa cimaa fi rasaasni to’annaa jala ooleera. Namni…
Oduu biyya keessaa Adaamaatti baazaarii fi egzibishiinii waldaalee IMX hirmaachise baname Obse Wakgari Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) –Magaalaa Adaamaatti baazaari ifi egzibishiinii waldaalee IMX hirmaachise guyyoota shaniif turu ifatti banameera. Ce'umsa waldaalee IMX marsaa 12ffaa…
Oduu biyya keessaa Jeneraal Ababaaw Taaddasaan gita isaanii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Itti aanaan Eetamaajoor Shuumii Raayyaa ittisa Biyyaa Jeneraal Ababaaw Taaddasaan gita isaanii Sudaan Kibbaa Leetinaal Jeneraal Tooy Chaaniyii Rooyiit…
Oduu biyya keessaa Warshaan Daabboo Shaggar dandeetti oomishasaa dabalaa jiraachuu ibsame Obse Wakgari Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Warshaan Daabboo Shaggar dandeetti oomishasaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa jiraachuu ibsameera. Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee obbo…
Uncategorized Mootummaan Biritaaniyaa deeggarsa Mootummaa Ityoophiyaatiif taasisuu cimsee akka itti fufuu… Obse Wakgari Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Mootummaan Biritaaniyaa tumsa misoomaa fi deeggarsa Mootummaa Ityoophiyaatiif taasisuu akka itti fufuu gareen waloo paarlaamaa biyyatti …
Oduu biyya keessaa Seenaa gabaaba Jaal Galaasaa Dilboo Obse Wakgari Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Dacheen Oromiyaa Dhihaa nama jabaa tokko biqilchite,Umrii isaa guutuu dhimma qabsoo Oromoof kan gumaache gootichi tokkummaa dheebotu Jaal Galaasaa…